Saturday 15 November 2014

Qabiyyee Barruulee Naannoo Oromiyaa Keessatti Faca’anitti Dabalamee Kanneen Baldhinaan Guyyaa Har’aa Raabsamuu Eegale

YAA OROMOO!
1. Qe’ee irraa buqqifamuun uummataa haa dhaabbatu. Kanneen buqqifamanis hatattamaan beenyaa gahaan akka kennamuuf gaafatna!
2. Hidhaa fi ajjeechaan haa dhaabbatu. Hidhamtootni siyaasaas haal duree tokko malee haa hiikaman!
3. Barnoota, hojii irraa arii’amuun akkasumas doorsifamuun haa dhaabbatu!
4. Maqaa gibiraan saaminsi waggaa 22f gaggeeffamaa jiru hatattamaan haa dhaabbatu!
5. Namootni barattoota, barsiisota, uummata ajjeesaa bahan murtiitti haa dhiyaatan.
6. Caasaan tikaa fi manni hidhaa Uummata irratti diriirfame haa diigamu!
7. Sirnii fi Caasaan mootummaa hojii fi muudama siyaasaa waraana loogii sanyummaa irratti dhaabbatee ijaarame hatattamaan haa diigamu.
8. Qaala’insa jireenyaa sababa saaminsa mootummaa abbaa irreen uummata hiyyoomsaa jiru guutummaan dura dhaabbanna.
Mootummaan EPRDF loogii fi saaminsa irratti ijaarame haa diigamu!
9. Mirgi uummataa fi dimokiraasii hojiin haa hiikamu!
10. Mirgi amantiilee haa kabajamu. Mootummaan dhimma amantii keessa seenuu haa dhaabu!
——————————

Ummanni Oromoo Mirga Isaa Akka Falmatuuf Jecha,Oromiyaa Bakkoota Adda Addaatti Sadaasa 9 Yaadatnoo Guyyaa FDG Ilaalchisee Qeerroon Barruu Warraaqsaa Maxxansuu fi Raabsuu Irratti Argama.

qeerroo_2014_1
qeerroo_2014_2
qeerroo_2014_3
qeerroo_2014_4
qeerroo_2014_6
qeerroo_2014_7
qeerroo_2014_8
qeerroo_2014_9
qeerroo_2014_10
qeerroo_2014_11
qeerroo_2014_12
qeerroo_2014_13
qeerroo_2014_14
qeerroo_2014_15
qeerroo_2014_5
qeerroo_2014_16
qeerroo_2014_17
qeerroo_2014_18
qeerroo_2014_19
qeerroo_2014_20
qeerroo_2014_21
qeerroo_2014_22
qeerroo_2014_23
qeerroo_2014_24
qeerroo_2014_25
qeerroo_2014_26
qeerroo_2014_27
qeerroo_2014_28
qeerroo_2014_29
qeerroo_2014_30

No comments:

Post a Comment