Fiilmiin kuni waa’ee ” Master Plan” Maastar Pilaanii lafa Oromoo fi Duguggaa Sanyii Saba Oromoo irratti godhuuf gabroomftaa TPLFn labsame, Sabni Oromoo kan hin fudhanne ta’uu ittiin ibsachuuf kan qophaa’e. Diddaa roorraa Oromoo fi Saboota cunqurfamaa biraa irratti raawwatamu tokkummaan dura dhaabbachuun furmaata dhumaati. /TVORO TVO