(Qeerroo)–GGO akkuma beekamu waggoota muraasa dura mooraa qabsoo qofa keessatti kan kabajamaa fi yaadatamaa turee fi namoota muraasaanis Oromiyaa keessatti kabajamaa ture har’a uummata Oromoo oromiyaa keessatti dhaloota ammaan uummata oromoo hunda kan hirmaachise yaaddannoon Gootota oromoo jijjiirama har’a jiru kanaaf lubbuu isaaniin wareegamaniin akkasuma asuma dhiyootti bifa jijjiirrate saamicha lafa oromoo fi uummata oromoo lafa isaa irraa buqqisuuf as bahe dura dhaabbachuun,akkasuma mirga uummata oromoo kabachiisuudhaaf wareegama qaalii baafamen daa’imaa hanga maanguddootti waggaa darbe Ebla 14/2015 kaasee oromiyaa keessatti wareegamaniif addatti yaadannoo taasisuudhaaf,walumaa galattis jaarraa 19ffaa irraa kaasee hanga har’aatti qabsaa’ota uummata isaa oromoo fi dachee isaa oromiyaa bilisa baasuudhaaf waraagaman yaadachuudhaan bakkeewwan garagaraatti yaadatamuun kabajamee oole,kunis odeessa Qeerroo kutaa oromiyaa keessaa fi dhaabbile barnootaa keessaa nugaheen akka kanaa gadiiti.Thursday, 16 April 2015
Oromiyaa Keessatti Yaadannoo GGO Ebla 15, Haala Hoo’aadhaa fi Bifa Qindaayeen Walfaana Kabajame!
(Qeerroo)–GGO akkuma beekamu waggoota muraasa dura mooraa qabsoo qofa keessatti kan kabajamaa fi yaadatamaa turee fi namoota muraasaanis Oromiyaa keessatti kabajamaa ture har’a uummata Oromoo oromiyaa keessatti dhaloota ammaan uummata oromoo hunda kan hirmaachise yaaddannoon Gootota oromoo jijjiirama har’a jiru kanaaf lubbuu isaaniin wareegamaniin akkasuma asuma dhiyootti bifa jijjiirrate saamicha lafa oromoo fi uummata oromoo lafa isaa irraa buqqisuuf as bahe dura dhaabbachuun,akkasuma mirga uummata oromoo kabachiisuudhaaf wareegama qaalii baafamen daa’imaa hanga maanguddootti waggaa darbe Ebla 14/2015 kaasee oromiyaa keessatti wareegamaniif addatti yaadannoo taasisuudhaaf,walumaa galattis jaarraa 19ffaa irraa kaasee hanga har’aatti qabsaa’ota uummata isaa oromoo fi dachee isaa oromiyaa bilisa baasuudhaaf waraagaman yaadachuudhaan bakkeewwan garagaraatti yaadatamuun kabajamee oole,kunis odeessa Qeerroo kutaa oromiyaa keessaa fi dhaabbile barnootaa keessaa nugaheen akka kanaa gadiiti.
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
No comments:
Post a Comment