Friday 17 April 2015

Irreecha Arfaasaa Tulluu Cuqqaalaa kabajame – Sirna Gadaa fi Irreecha


Sirna Gadaa fi Irreecha
Sintaayyoo Gadaan qophahee.
Irreechi waggaa keessati yeroo lama kabajama (Irreecha Melkaa if Tulluu – Birraa fi Arfaasaa)
Ayyaanni Irreecha Arfaasaa ayyaana waggaa keessatti sia tokko yeroo bonni dhumee ganni dhufu (Bitootessa keessa), Tulluu irratti kabajamu ta’un beekamaadha.

No comments:

Post a Comment