Friday 20 December 2013

Oromoota fi Michoota Oromoo Hundaaf: Waamicha ayyaaneeffannaa (celebration) jijjiira waggaa

Gara: Oromoota fi Michoota Oromoo Hundaaf
Dhimma: Waamicha ayyaaneeffannaa (celebration) jijjiira waggaa
Jallatamoo keenya,
waan hundumaa dura nagaan waaqaa isin haa gahu. Gamtaan Oromoo (GO) e.V. guyyaa fi iddoo jedhame kanatti isiin wajjin jijjiira waggaa kanaa ayyaaneeffachuuf qophaa’ee jira. Qophii kana irratti Oromootni fi Michuu Oromoo kan ta’ee hunduu qooda akka fudhatan afeeree jira.
Guyyaa: Muddee / December 28, 2013
Saa’atii 13:00 irraa eegale
Iddoon: Herbesthaler-Str. 4, 65929 Frankfurt a. M.
(Frankfurt Verein für soziale Heimstätten e.V.
Transfer Werkstatt Höchst)
Iddoon kun nannoo bakka obboo Dare fi maatini isaa jiraatanuutti argama. Amma Hoechst-Bahnhof S 1 fi 2 ida dhutanii boddee Bus-lakk. 50 isa gara Bockenheimerwarte qabachuudhan Haltestelle Windthorststr. irratti buun ni danda’ama.
Odeeffannoo caalaa argachuu warri feetan maalloo nuu bilbiluu yaala:
015785013760 ykn 01729497542 / E-mailii: gamtaa2004@yahoo.de
Nagaa wajjin
Koree Hojjii Gaggeessituu Gamtaa Oromoo (GO) e. V.

No comments:

Post a Comment