Monday 16 December 2013

Fakkeestoota

Anii oromoo dha jechun oromoo namaa hin godhu kayyoo namoota baay'ee fakkeesu ergaa tahe lammiin maaliif walale??
Maaqa jijiiraachu oromoo nama hin godhu sababin isaas oromummaan laafef dhiigaa. Male maaqa miti
Anii kan jedhu enyuumatu argee oromoo tahusaa?
Ergaa fakkeesan nama miidhu tahe maaliif irraati hin bare lammiin oromoo maarti? 
Guyyaan ergaa jedhee dubadhen daarbaa wanin argee hin sodadhu lamu gadhee yoo barbade naat himii akka ittiin namni kun bu'a buse yoo hin bekken hin dubaatin innu hin fakkesse
Irraan barreecha kessaa ajeessa
nuti nii bekkan sanyii waraa leencaa qubasii qabane guraa qabdaa dhagessaa?
baay'eesa garii fakkeessa kessaa ilmaan jajjaabo oromoo ajeessa turee namin kun kessumaayu otu warqeef albuuddaa oromiyaa fudhee bakka biraa gessu isiin kun bu'a nuu busee kan jetan anaaf hin galu dubin akkasi kun ijoollee amboo bara 1994-2001 yaadatu wan namnii kun godhee otumaa kan saan fakkatu ibidaan isaan nyaate
Iniyuu bekka ballessa isaa yeroo dhufuu gara biyyaa keenyaa danda'ii cabsaate adeema
Otu nyaatu cacaabsaf cuumboo otu dhuguu ananiif bokkaa, bokke tahe nutii horusaa innis akka qilleensaa enyuutus argee nama akka ilmoo binneessa
Fardii opdo inni duraa oromiyaa kessaa nama kan dha
Hubaadhu maaqa jijiraate male inni hin qabu dhiigaa oromoo kessaa

No comments:

Post a Comment