Thursday 7 May 2015

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo; OVR – May 6, 2015


Oromo Voice Radio (broadcast) 6 May 2015
Dhaggeeffatoota keenya kabajamo,
Kun qophii keenya Caamsaa 6, bara 2015 ti.
Har’a Tibbanaa fi Mala Jireenyaa qabna.
Tibbanaa har’aa keessatti Dassuu Duulaa waaée Filannoo Itoophiyaa irratti qophii xiyyeefate qaba. Akkuma beekamu, Mormitooti akka Kongireensii Federaalistii Oromoo biyya keessaa filannicha dabaalaa jiran; kaan immoowaan bira jedhu. Qophichaa keessaa dhageessu.
Qophiin mala jireenyaas waan waggaa saddeet dura qilleensa irra oolee ture, deebisee nu yaadachiisa. Hubachuun maal?
Dursa kan dhiyaatu oduu dha;
Kaniin isin keessummeessu, An Lalisee Wadaajoo ti.
Oduu kan dubbisu Dhaabasaa Waaqjiraa ti.
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

No comments:

Post a Comment