Tuesday, 11 November 2014

Leeds/UK (Nov. 29, 2014): Commemoration of the Oromo Popular Revolt Against Subjugation, Commonly Known as ‘Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG)’

TO ALL OROMOS IN THE UK
The celebration of Oromo popular Revolt against Subjugation commonly known as ‘Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG)’ will take place on November 29, 2014 in central Britain, city of Leeds.
The celebration marks the 9th anniversary of the FDG, the popular Oromo students’ movements, the remembrance of the fallen ones and discussion on what we need to do to support this popular mass revolt. Also the opportunities that can be derived from the recent report of Amnesty International will explored. There will be entertainments and Oromo cultural evening.
Please turn up for this historic event and contribute your part to the discussion on the suffering of your people as well as enjoy yourself with fellow Oromos.
Place: Ebor Gardens Community Centre,
Haslewood Drive, Leeds, LS9 7PS
Data: November 29, 2014
Time: 15:00 – 22:00
FDG Organising Committee and Yorkshire Oromo Community
================================================
UMMATA OROMOO BIYYAA UK MARAAF
Ayyaanni Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) giddu galeessa UK, magaalaa Leeds keessatti gaafa Sadaasa 29, 2014 kabajama.
Ayyaanni kun waggaa 9ffaa ummatni Oromoo FDG bifa haarawaan eegalee fi sochii barattoota Oromoo; wareegama kafalamee fi gaaga’amina gahe yaadachuuf kabajama. Akkasumas sochii ummataa kana bira dhaabachuuf maal gochuun akka qabnuu fi gabaasaa Amnesty International dhihoo kana baase irratti mariin bal’inaan ta’a. Sangantaan bashannanaa fi galgalli aadaa Oromoos ni jiraata.
Kanaaf guyyaa seenaa qabeessa kana irraatti argamtanii maree dhimma saba keessanii irratti akka qooda fudhattanii fi ummata keessan waliin bashanatan kabajan isin afeerra.
Bakka: Ebor Gardens Community Centre, Haslewood Drive, Leeds, LS9 7PS
Guyyaa: Sadaasa 29, 2014
Sa’aatii: 15:00 – 22:00
Koree Qindeessituu FDG fi Hawaasaa
Oromoo Yorkshire
================================================
UKFDG2014

No comments:

Post a Comment