Friday, 9 January 2015

MUST-READ | New Book Announcement from Qeerroo Bilisummaa | Beeksisa Kitaaba Haarawaa Qeerroo Bilisummaa Irraa

Qeerroo Bilisummaa is pleased to announce that a new book summarizing the 2013-2014 activities of Qeerroo and the historical Oromo student movement of April/May 2014 is published and is distributed around the world. The book, authored by the Oromo scholar Daandii Qajeelaa, entitled “A Chronological Summary of Oromian Student Movement Led by Qeerroo Bilisummaa,” effectively documents the Oromo Students Movement and the brutal response of the Ethiopian regime in a chronological order, by date and place of incident, and is supported by photographs and links to the main source of the information on each incident. It is the first of its kind to document the struggle of the Oromo students known as Fincila Diddaa Gabrummaa (Revolt Against subjugation) in the English Language. All Oromos, who claim to be embodied with Oromo nationalism (Oromummaa), need to purchase this book and have it on their shelves for historical reference and/or pass it to their children. All non-Oromos and friends of the Oromo who are interested to know the magnitude and the essence of the historical 2014 Oromo student movement need to read this book. The book can be found by inquiring the Oromo community of your area.
Beeksisa Kitaaba Haarawaa Qeerroo Bilisummaa Irraa
Kitaabni Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) bara 2014 keessa finiinaa ture Afaan Engliffaan gabaasu Qeerroo Bilisummaatiin maxxanfamee raabsamaa jiraachuu gammachuudhaan isin beeksifna. Kitaabni matadureen isaa “A Chronological Summary of Oromian Student Movement Led by Qeerroo Bilisummaa” jedhuu fi Obbo Daandii Qajeelaatiin barreeffame kun cuunfaa fincila barattootni Oromoo waggaa tokkoof taasisanii fi wareegama uumati Oromoo FDG irratti baase guyyaa fi bakka akkasumas maddasaa (link) waliin kan galmeessee kana malees sochiilee uumati Oromoo taasisaa jiruu qabeenya samame ilaalchisee waa hedduu of keessaa qabu kana ummanni keenya harka irraa qabaatee seenaa dhaloota hegereef kaa’u dha.
Dhala Oromo kanneen taatan, sabboonummaa Oromummaa qabna kanneen jettan, kitaaba kana bitadhaa yaadannoo seenaaf kaayaa. Dhala keessanittis dabarsaa. Alagaaf firoottan Oromoo ta’aniif bitaa kennaa. Kana malees daandii itti FDG barattootaa maallaqaan tinnistan dhabdanii kanneen rakkachaa turtan, kunoo kitaaba kana bituudhaan akkasumas raabsuudhaan Dargaggoota Oromoo (Qeerroo) biyya keessaa lubbuusaanii wareegamaaf saxilanii qabsoo finiinsa jiran tinnisaa.
Qeerroo Book 2015 4
Qeerroo Book 2015 2

No comments:

Post a Comment