Sunday, 9 August 2015

Garaagarummaa AFD fi PAFD

Gara dhimma mata-duree kanaatti otuu hin seenin dura, jechootni lamaan AFD fi PAFD Afaan Ingiliziitiin (AFD = Alliance for Freedom and Democracy; (PAFD = People’s Alliance for Freedom and Democracy) yommuu ta’an, barreeffama kiyya keessatti ittifayyadamuudhaaf akka natti tolu garuu Afaan Oromootiin akkanattin ibsa:
AFD = TBD (Tumsa Bilisummaa fi Diimookraasii)
PAFD = TUBD (Tumsa Uummataa kan Bilisummaa fi Diimookraasii)
Asirratti wantin hubachiisuu barbaadu, warri tumsa kana ijaaran, yoo jechoota lamaan kana Afaan Oromootiin karaa biraatiin kan hiikan ykn ibsan ta’e, dogoggora asitti godhameef dursee dhiifama gaafachuun fedha. Itti aansuudhaan, warra ykn jaarmayoota tumsa haaraa kana ijaaraniin baga gammaddan, baga milkooftan jechaa; tumsi haaraan kuni ammoo kan humna cimaa uumee, injifannoo fidu akka ta’u hawwii kiyya ibsuun barbaada.
Kaayyoon barreeffama kiyyaa waayee tumsa lamaan kanaa labsuu otuu hin taane, akka yaada, ilaalcha fi hubannoo dhuunfaa kiyaatitti, dhiibbaa isaan mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti qaban; akkasumas tumsi kun lamaan akkamitti akka hubataman yookaanis hubatamuu danda’an yaada koo ibsuufi. Akka yaadolee namoota garagaraa irraa hubatamutti, tumsi kun lamaan garaagarummaa akka hin qabnetti fudhatama. Haa ta’u malee, akka ilaalcha kiyyaatitti, kaayyoon tumsa lamaanuu walfakkaataa ta’uu malullee, TUBDn TBD irraa adda akka ta’un hubadha. Qabxii guddaan kan TUBD TBD irraa adda taasisu, tumsi haaraan kun (TUBDn) tumsa bilisa baastota ykn jaarmayoota saboota cunqurfamoo qofaa waan hammateefi. Waan kana ta’eef ammoo, dhiibbaan tumsi kun mooraa QBO keessatti fidu akka yeroo TBD sanaa ni ta’a jedhee hin yaadu. Yeroo TBDn ijaarame sana komii guddaan uumame fi mooraa keenya keessatti waldhabbii fide, waan tumsi sun jaarmayoota Habashaa hammateefi natti fakkaata.
Haallii tumsi haaraan kun ittiin uumame garuu kan yeroo sanaarraa waan adda ta’e natti hin fakkaatu. Maal jechuu kooti? Jaarmayoota keenya keessa isaanii beekuu baadhullee, yeroo TBDn uumame sana jaarmayoota keenya jidduutti ijaarsa tumsa sanaarratti waliigalteen waan godhame natti hin fakkaatu. THBO (ULFO) yeroo sanaa keessatti addaan faffaca’insaaf sababa guddaa kan ta’eyyuu waayee ijaarsa TBD ti jedheen yaada. Mooraa QBO keessatti waliigaltee fi tokkummaan otuu hin uumamin tumsa alaa keessumaayuu jaarmayoota Habashaa waliin tumsa ijaaruun sun rakkoolee adda addaa fide jedheen amana. Har’as taanan, ABO duraan garee lama turan (ABO Shanee fi ABO QC) tokko ta’anii, waliigaltee uumanii tumsa haaraa kana (TUBD) haa ijaaran malee, ammallee jaarmayootni Oromoo, kan kaayyoo walfakkaataa qaban akkuma garagara hiramanitti waan jiraniif; haalli tumsi TUBDn ittiin uumames kan yeroo sanaarraa adda waan ta’u natti hin fakkaatu jechuu kooti.
Akka yaada fi hawwii kiyyaatitti, silaa kan dura ta’uu qabu ykn dursuun irra ture, sadarkaa duraarratti yoo danda’ame TOKKUMMAA yoo hin danda’amne ammoo TUMSA jaarmayoota Oromoo mooraa QBO keessatti uumuu fi sana booda tumsa alaa ijaaruutu gaarii ture. Waayee kanarratti kanaan duras, waggoota muraasa dura barreeffama tokko dhiyeesseen ture.
Haa ta’u malee, sadarkaa kana eeguu dhiisuun rakkoo waan fidu natti hin fakkaatu. Hanga tumsi haaraan kun (TUBDn) jaarmayoota saboota cunqurfamoo, kan kaayyoo fi galii walfakkaataa qaban, hammatetti wanti walitti nama mufachiisu waan hin jirreef, jaarmayootni Oromoo hafanillee suuta suuta tumsa kanatti dabalamuu ni danda’u jedheen yaada.
Sadarkaa kamiyyuu haa ta’u, tumsa jaarmayoota saboota cunqurfamoo ijaaruun baay’ee barbaachisaa fi murteessaa dhas. Ammas taanaan ejjannoon kiyya Habashoota wajji tumsa uumnee kaayyoo keenya galiidhaan ni geenya jechuun baa’yee na rakkisa. Kan bilisummaa fi abbaabiyummaa keenya humnaan nurraa fudhate Habashaa ta’ee otuu jiruu, isaan waliin tumsa uumnee galii keenya bakkaan geenya yoo jennu ofgowwoomsuu hin ta’uu? Dhugaa dubbanna yoo jenne, Habshootni kan Oromoo barbaadan tooftaadhaaf ykn nutti fayyadamuuf yoo ta’e malee, isaan wajjin tumsa ijaarree kaayyoo keenya galiidhaan gahuun akka hin danda’amne seenaa irraa baruun waan nama dhibu natti hin fakkaatu. Yoo dhugmuatti humnootni Habashaa, kan hiree murteeffannaa uummatootaatti amanan jiraatani fi isaan kun nu waliin tumsa ijaaruu barbaadan ta’anillee, booda akka rakkoo nutti hin fidne dura humnoota bilisummaa cimsuun wabii ta’uu danda’a jedheen amana. Kanaaf, tumsi jaaramyoota saboota cunqurfamoo keessumaayuu yeroo ammaa murteessaa dha.
Asirratti wanti hubachuu qabnu tokko, nafxanyootni haaraan (Wayyaanotni) fi nafxanyootni moofaan (Minilikootni haaraan) har’a aangoo fi qabeenya Oromiyaarratti waliin mormu malee, isaan hanguma fedhan waliigaltee dhabanillee, ilmaan sanyii tokkoo ti. Bakkee tokkotti waliif quuqamuun isaanii hin hafu. Hunda caalaa ammoo, diinni isaan lamaanuu waliin qaban saboota cunqurfamoo keessumaayuu saba ykn uummata Oromoo ti. Kun dhugaa lafarra jiruu dha. Ana kan na sodaachisu siriidhaa, har’a humna saboota cunqurfamoo kanatu laafaa ta’e malee; otuu humni keenya cime, Wayyaanotni fi Minilikootni haaraan waliigaltee uumanii tumsa akka waliif ta’uu danda’an shakkiin waan jiru natti hin fakkaatu. Isaan lamaanuu, akka nutti himaa jiranitti, eegdota immiyyee Itoophiyaa isaanii waan ta’aniif jechuu dha. Balaan kunis ammuma hubatamuu qaba. Otuu hin durfamin dursuun barbaachisaa dha. Malli fi falli kanaa ammoo humna bilisummaa saboota cunqurfamanii cimsuu dha. Humni kunis cimuu kan danda’u yoo tumsi jabaan uumame qofaa dha.
Egaa, gara xumura barreeffama kiyyaatti deemuuf, akka hubannoo kiyyaatitti, TBD fi TUBD jidduu garaagarummaan jira jedhee waanan yaaduuf, namootni beekaniis ta’ee otuu hin beekin; hubataniis ta’ee otuu hin hubatin, tumsa haaraa kana busheessuuf yaada diigaa irratti dhiyeessuun sirrii natti hin fakkaatu. Ani tumsa kana bakka bu’ee isaaf dubbachuuf otuu hin taane, kun barbaachisaa waan ta’eef; jaarmayootni hafanillee, kan kaayyoo walfakkaataa qaban, itti dabalamuudhaan humni tumsa kanaa cimee jijjiirama tokko akka fidu hawwii kiyya. Karaa biraatiin ammoo, dhaamsi ani carraa kanaan dabarfachuu barbaadu, yeroon jaaarmayoota bibixxilanii; beekumsa, dandeettii, qabeenya fi humna gara gara hiran dhaabbachuu qaba. Yeroon yeroo tokkummaa ykn tumsa ijaaranii humna mooraa keenyaa ittiin cimsan ta’uu qaba malee, yeroo uummatni Oromoo yoomiyyuu caalaa jiruu fi jireenya hamaa keessa jiru kanatti gara gara hiramuun bu’aa hin qabu. Yeroon ammaa yeroo Wayyaaneen yoomiyyu caalaa biyya keenya fi eenyummaa keenya balleessuuf; sanyii keenya duguuguuf murattee kaatee waan ta’eef, badii dhumaa kanarraa ofoolchuun dirqama Oromummaa ti.
Galatoomaa!

Tuesday, 4 August 2015

Amazing OMN interview with Bekele Garbaa in Afaan Oromoo

 Amazing interview with Oromo intellectual Bekele Gerba. He is a very relaxed and articulate politician of the year. Abdi Fiixee as a journalist also did good job, no interruption, very attentive and put substantive questions.

Saturday, 1 August 2015

Seife Nebelbal Radio and Simbirtuu

Somalia: Explaining why Somali people quit listening to BBC and VOA Somali Services

Most of the Somali people have recently started to quit listening to their long-time news provider, BBC Somali Service and news newly-competitor of Voice of America (VOA) Somali Service. 
They lost interest and distrusted them due to the privilege of the recent technology they have gained mainly social media such as Facebook, YouTube, Twitter, Google plus and many other Social media platforms.
If you ask at least six different peoples from different locations for example, Hargeisa, Garowe, Kismayo and Mogadishu they will definitely tell you that they did not listen a week or even months or they did not remember the last time they have listened to them.
Of Course, they will tell you that there is no unmet news coverage that they would need from any of them that they did not hear before. Because the above-mentioned news outlets serves better than BBC and Somali Services. 
Forget about people in Jigjiga and many other place across Ogaden region that the BBC and VOA Somali Services are muted to cover  their regional problems despite the conflicts, famine, human rights violations, social injustice, and underdevelopment.
If they ever do once a year coverage -they avoid mentioning the geographical name, which probably is Ogaden region of Ethiopia due to  the region’s name,named after Ogaden-clan , which makes up the region’s half of its populations. More than 6 million Somali audience members had possibly lost there. 
Moreover, Many of their former clients will tell you that the editors of the two channels’ tribal affiliation led them to distrust and stop listening to the news channels of BBC and VOA Somali Services. Meanwhile, many others complained about their lack of objective and balanced coverage.
 
Let us analyse the changes occurred after all these to learn the difference between now and then.
 
Between 1994-1998, Somali people used to put aside everything in their hands whenever they heard the BBC’s famous music to listen its international and regional news carefully. In the past, villagers, who had no radios used to travel a long distance on foot amid listening the news of the BBC Somali Service  for the nearest possible location available to get its news-possibly walking 14 kilometers away from their own villages. 
 
It is obvious that the BBC had been their source of news reference as well their only reliable dictionary in terms of every disputed divination of Somali world. You see, its former Somali reporters had knowledge when it comes to their regional dialects and Somali literary language. 
 
People used to make their appointment-hours the times of the BBC Somali Service be on air i.e specific hours of the morning, afternoon, and evening that is usually devoted to listening to it. This is an  indication of how people’s lives were more connected to its programs before. In these hours, crowds of Somalis assembling in a bid to listen to the news of the BBC Somali Service. 
Even there was a time, the only available program about Africa including Somalia was Wednesdays. It was BBC Somali Service, which people made a place to return for their disputed sources. And nobody could dispute a news said it is a source of BB Somali Service. The time has changed, so have BBC Somali reporters. 
 
People VOA Somali Service is believed to have been created to compete with the Somali people’s traditional news outlet, BBC Somali Service, after the U.S’s interest of Somalia affairs grew following the U.S-led invasion of Somalia in 1992 ad the U.S’s war on terror as well as the United States fear of China’s East Africa penetration amid the U.S rival’s demand of Africa’s Natural resources to pave its way of being a super-power. 
 
The time that VOA Somali Service aired its first programs was welcomed by the mass and many BBC’s longtime clients turned to VOA Somali Service and it became more popular in every corner of the five-pointed white star of Somali flag represents i.e every place that Somali-Speaking community could be found.
 
But unfortunately, a media that most of the Somalis mistakenly assumed  a role model, a sign of good era, however, turned to be null and void after it has lost  its values, which probably means compromising its impartiality. 
 
Several things are supposed to be the reason for the decline of the BBC and VOA Somali listeners including the lack of quality reporters compared to the past reporters that devoted to literature and were rich in their Somali language and their own culture when addressing Somalis, who are culturally rich in oral tradition and have zero-tolerance for such unskilled presenters. 
 
It is obvious that many factors contributed to the disappointment of their audience members including their less quality programs for the result of hiring their new reporters based on evaluation of their knowledge of the English language rather than Somali language and regional knowledge as well as  favouring one tribe against another, one politician against another and/or one region against another.

Ethiopian opposition urges Obama to keep up pressure

Addis Ababa (AFP) – US President Barack Obama’s visit to Ethiopia, which saw him speak out against democratic restrictions, was positive but Washington must maintain pressure on the government, an Ethiopian opposition figure said Wednesday.
Merera Gudina, the vice-president of the opposition Medrek party
“I was not in favour of his coming, but (the visit) exposed Ethiopia and its government,” said Merera Gudina, the vice-president of the opposition Medrek party, hailing the media and NGO interest generated by Obama’s remarks.
“I think the cause of democracy benefited from this,” Gudina said.
“But we have to wait for the follow-up. If the US really means business, they have a lot of leverage with the Ethiopian government. But the US needs Ethiopia on the war on terror. It’s a major ally in the Horn of Africa,” he said, adding that he feared Obama’s comments were “only for public relations.”
Obama was in Ethiopia on Monday and Tuesday, making the first-ever visit to the country by a US president.
On Tuesday he became the first US leader to address the Addis Ababa-headquartered African Union.
Obama delivered a blunt appraisal of Ethiopia’s democracy deficit but said it would not scuttle the two countries’ close security and political relationship.
“There is still more work to do, and I think the prime minister is the first to admit there is still more to do,” Obama said during a joint news conference on Monday with Prime Minister Hailemariam Desalegn, whose party won 100 percent of seats in parliament two months ago.
Rights groups had warned that Obama’s visit could add credibility to a government they accuse of suppressing democratic rights — including the jailing of journalists and critics — with anti-terrorism legislation said to be used to stifle peaceful dissent.
But Hailemariam pushed back against criticism his government has quashed opposition voices and suppressed press freedom.
“Our commitment to democracy is real and not skin deep,” he said, adding that Ethiopia is a “fledgling democracy, we are coming out of centuries of undemocratic practices”.

Wednesday, 29 July 2015

"በረከት በህይወት የሉም!" - ጅዳ የሚገኘው “ብግሻን” ሆስፒታል

ጅዳ ሳውዲ አረቢያ ለህክምና በድብቅ ገብተው የልብ በሽታ ህክምና የተደረገላቸው የህወሃት/ኢህአዴግ ከፍተኛ ሹም በህይወት መኖራቸውን እንደሚጠራጠሩ ከሆስፒታሉ የሚወጡ ምስጢራዊ ምንጮች አረጋገጡ፡፡
በልብ በሽታ የሚሰቃዩት አቶ በረከት ለህክምና ጅዳ ሳውዲ አረቢያ የሚገኝ አንድ ሆስፒታል ህክምናቸውን ተከታትለው ወደ ሃገር ከተመለሱ ወዲህ የጤንነታቸው ሁኔታ እምብዛም ባለመስተካከሉ አመት ባልሞላ ጊዜ ውስጥ ለሁለተኛ ዙር ወደ ሳውዲ አረቢያ “ብግሻን” ሪፈራል ሆስፒታል ማቅናታቸው ይታወሳል፡፡
አቶ በረከት ስሞኦን ከብስጭት፣ ከተለያዩ የአልኮል መጠጦችና ከአእምሮ አደንዛዥ እጽ እንዲርቁ ተመክረው ጤንነታቸው አስተማማኝ ደረጃ እስኪደርስ የሐኪሞች ቅርብ ክትትል እንደሚያሻቸው ተነግሯቸው በቀጠሮ ቢሸኙም የቀጠሮ ግዜያቸውን አክብረው ዶክተሮቻቸው ጋር መቀረብ አለመቻላቸውን የሚገልጹ የሆስፒታሉ ምንጮች በረከት በህይወት መኖራቸውን ይጠራጠራሉ።
ጅዳ “ብግሻን” ሪፈራል ሆስፒታል ውስጥ የልብ ቧንቧ ማስፋት ህክምና የተደረገላቸው የኢህአዴጉ ሹም ጤንነት ሁኔታ የሚጠበቀውን ያህል ለውጥ አሳይቶ እንዳልነበር ሙያዊ ትንታኔ የሚሰጡ ምስጢራዊ የሆስፒታሉ ምንጮች በሽታው የልብ እንደ መሆኑ መጠን ባልታሰበ ግዜ ባለስልጣኑን ለሞት ሊዳርጋቸው እንደሚችል ከአቶ በረከት ጋር ለመጣ አስታማሚ ገልጸው እንደ ነበር ያስታውሳሉ።
በዚህም መስረት አቶ በረከት ስሞዖን ለሶስተኛ ግዜ ልባቸውን መታየት እንዳለባቸው ተነግሯቸው ቢሰናበቱም በቀጠሮ ቀን ተገኝተው ህክምናቸውን መከታተል ባለመቻላቸው በጤናቸው ላይ ሊያደርስ የሚችለው ተጽዕኖ ከፍተኛ መሆኑን የሚያሳየው የምርመራ ውጤት በረከት ሌላ ሃገር ለህክምና ሄደው ካልሆነ በቀር አሁን ባሉበት ሁኔታ የልብ በሽታው አደጋ ላይ ሊጥላቸው እንደሚችል በመጥቀስ ባለስልጣኑ በህይወት የሉም የሚለውን ጥርጣሬ ያጠናክራሉ።
በአቶ በረከት ስምዖን ጤንነት ዙሪያ ከጅዳ “ብግሻን” ሆስፒታል ተጨማሪ መረጃዎችን ለማግኘት ጥረት እናደርጋለን።

Dambalii Kutaa 3, 2 , 1

Human rights in Ethiopia

Torture and abuse in notorious prison cell in Ethiopian government forces
(Washington Post) — In “ Obama’s Ethiopia stop irks human rights leaders ” [news, July 23], Girma Birru, Ethiopia’s ambassador to the United States, claimed that journalists imprisoned under the country’s notorious “anti-terrorism law ” support groups that “instigate violence.” He did not say that any activist who refuses to join the ruling party can be jailed and tortured.
One of us, Merga Nebiyu Gelgelo, was a biomedical engineering student who founded an organization to support economic development in Ethiopia’s Oromia region. Though he did not belong to a political party, he was detained under the anti-terrorism law and brutally tortured. Prison guards tied him to a cross, lit a fire under the cross and slid his body close to the fire. Mr. Gelgelo thought he would burn to death.
Ethiopia can work with the United States to combat terrorism in East Africa without torturing Mr. Gelgelo and hundreds more like him just because they do not support the dictatorship.
Andrea Barron and Merga Nebiyu Gelgelo, Washington
The writers are, respectively, advocacy consultant and member of the Torture Abolition and Survivors Support Coalition.
Human rights advocates are not simple idealists who think human rights concerns trump economic and security interests in a zero-sum game. But juxtaposing human rights advocates with “experts” who think the administration “must weigh human rights against other important factors” creates an impression that activists “view foreign policy through the single lens of human rights.”
Instead, they largely agree with Samuel Berger, national security adviser under President Clinton, who said it was a mistake to “think of human rights and security as an either-or proposition.” Indeed, I doubt that any of the former government officials quoted in the article would argue that lasting security can be achieved in Ethiopia, Kenya or any other country without enduring respect for human rights.
The real question isn’t whether or not to engage with these countries; it’s whether the U.S. government will use its considerable leverage, including state visits, to press for progress on the prerequisite for security and prosperity: human rights.

One Response to Human rights in Ethiopia

Tuesday, 28 July 2015

An Open Letter to President Obama on His Visit to Ethiopia, from Human Rights League of the Horn of Africa

The following is an open letter to President Barack Obama from the Human Rights League of the Horn of Africa, which is a non-political organization (with the UN Economic and Social Council – (ECOSOC) Consultative Status) – which attempts to challenge abuses of human rights of the people of various nations and nationalities in the Horn of Africa.
—–
July 18, 2015
An Open Letter to President Barak Obama on His Ethiopia Visit
Dear Mr. President Obama,
The Human Rights League of the Horn of Africa wants to express its deep concern about what it regards as the wrong decision made by you and your staff in making a formal visit to Ethiopia in late July 2015. This will make you the first U.S. leader to break the U.S. promise not to reward dictators. History teaches us that the American Constitution of 1787 is the world’s first democratic constitution, a landmark document of the Western World which protects the rights of all citizens in the U.S.A. The following examples show America’s great support of human rights.
During the First World War, America entered the War against Germany in 1917 to protect the world – as President Woodrow Wilson put it, “Making the World Safe for Democracy.” Later, Eleanor Roosevelt, the widow of President Roosevelt and a human rights champion, drafted, in 1948, an internationally accepted human rights bill, the Universal Declaration of Human Rights. These and other democratic activities have made America a champion of democracy all over the world that all Americans should be proud of.
Mr. President,
Your decision to visit human rights perpetrators in Ethiopia contradicts your country’s democratic tradition. It also disrespects the Ethiopian nations and nationalities, which are under the subjugation of the EPRDF/TPLF government.
Mr. President,
We can witness today the government of Ethiopia making a lot of noise about the flourishing of democracy in that country. The reality on the ground shows that the undemocratic behavior of the regime has been overshadowed by the apparently “democratic” and anti-terrorism façade that the regime has demonstrated for the past twenty-four years. During those years, thousands were killed, abducted, kidnapped, and imprisoned by this government because they simply tried to exercise their fundamental rights, such as free speech and expression, freedom of association and religion. University students, journalists, human rights activists, opposition political party members and their supporters, and farmers have been the major victims in Ethiopia.
When the EPRDF/TPLF Government took power in 1991 in Ethiopia, there were high expectations from both local and international communities that there would be an improvement in the human rights situation in Ethiopia from previous regimes. Contrary to everyone’s expectations, however, human rights abuses in Ethiopia worsened. The human rights violations in Ethiopia have been widely reported by local, regional and international human rights organizations as well as some Western governmental agencies, including the U.S. State Department’s yearly human rights reports. Today, in Ethiopia, political extra-judicial killings, kidnappings and disappearances, mass arrests and imprisonments – without warrants – in horrible prison conditions, extended imprisonment without trials, torture, denials and delaying of justice, discrimination in resource allocations and implementations, biased educational and development policies, denials of employment and job promotion opportunities and/or the misuse of coercive political tools are rampant. Social crises in Ethiopia are becoming deeper and deeper, while the socioeconomic gap between the favored (the politically affiliated groups and individuals) and the disfavored is getting wider and wider. For the majority of Ethiopians, life has become unbearable. It has even become very difficult for civil servants, the middle class, to support their families.
Mr. President,
The Human Rights League of the Horn of Africa strictly opposes your visit to Ethiopia. As the president of the country, where democracy emerged and respect for human rights was first realized, we believe it would be immoral of you to reward human rights violators. We urge that you withdraw from your decision to visit Ethiopia.
– HRLHA

Wednesday, 22 July 2015

Oromo refugees in Kenya arrest TPLF spies and handed them over to the police

Oromo refugees in Kenya arrest TPLF spies and handed them over to the police.

9 Responses to Oromo refugees in Kenya arrest TPLF spies and handed them over to the police

Tuesday, 21 July 2015

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO | የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ወታደራዊ መግለጫ

Ibsa ABO … (the Amharic version is given below).
—-
Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Humna Diinaa Magaalaa Harar Irraa KM-20 Qofa Fagaatee Ona Fadis Naannoo Bokkoo Bakka Bobbaasaa Jedhamu Qubatee Ture Barbadeesse. Loltoota Diinaa 28 Olis Hojiin Ala Taasise.
Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn, bilisummaa ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii haleellaa diina irratti fudhatu babal’isuu fi jabeessuu irratti argama. Tarkaanfii boonsaa tibbana Baha Oromiyaa keessatti fudhateenis injifannoo cululuqaa galmeessee jira.
Akka kanaan Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) Godina Baha Oromiyaa keessa sossohu Adoolessa 16, 2015 Baha Harargee Ona Fadis keessaa bakka Bobbaasaa jedhamu kan naannoo Bokkootti argamu mooraa qubsuma waraana Wayyaanee weeraruudhaan tarkaanfii rifachiisaa irratti fudhateen loltoota diinaa 28 ol hojiin ala gochuu fi meeshaalee waraanaa dabalatee qabeenya adda addaa booji’ee dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchuudhaan injifannoo cululuqaa galmeessuu Ajajni WBO Godina Baha Oromiyaa beeksisee jira.
Tarkaanfii laalessaa WBOn qubsuma waraana wayyaanee Bobbaasaa jiru irratti fudhate kanaan diina irraa loltootni 13 yeroo ajjeefaman, 15 ol ammoo haalaan madeeffamuu kan ibse Ajajni WBO Godina Bahaa, meeshaaleen waraanaa qawwee AK-47 17, rasaasota gosa gara garaa 4000 ol, Boombilee harkaa 23, Hidhannoolee mudhii 27, Raadiyoo Quunnamtii (icom) 2, Mobile (cell phone) 6, kuufama galaa fi mi’oota adda addaa diina irraa booji’uun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchuu addeessee jira.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Caamsaa 16, 2015 Oborraa Ona Malkaa Bal’oo bakka Jalloo jedhamutti qondaala tikaa sirna wayyaanee kan naannoo sanii Huseen Ahmed Mussaa jedhamu irratti tarkaanfii fudhateen ajjeesuun, akkasumas Caamsaa 23, 2015 Baha Harargee Ona Calanqoo araddaa ganda Goodii jedhamu keessatti poolisoota wayyaanee Mahaammad Abrahimii fi Umar Siyyoo jedhaman dhuunfatuun kan yaadatamuu dha. Kana malees Caamsaa 24, 2015ttis Humni Addaa WBO Baha Harargee magaalaa Harar bira naannoo Hundanee jedhamtutti ummatatti roorrisaa kan ture ajajaa humna poolisii naannoo kanaa Ajajaa 50 (Saajin) Abbabaa Asaffaa jedhamu irratti tarkaanfii maayyii fudhateen ajjeesuun gabaafame. Caamsaa 24, 2015ttis Harargee Bahaa Ona Haramaayaa bakka/araddaa Finqillee jedhamtee yaamamtu keessatti poolisoota Wayyaanee maqaa filannootiin lammiiwwan hiraarsaa turan 4 irratti lola baneen madeessuun ni yaadatama.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaas Caamsaa 30, 2015 magaalaa Moyyalee ganda 02 keessatti kan argamu mooraa Gumrukaa bakka waraanni Wayyaanee maadheffate haleeluun loltoota wayyaanee 12 ajjeesee, 15 ol madeessuun walii galatti loltoota 27 ol hojiin ala taasisuun ni yaadatama.
Adoolessa 6, 2015ttis waraana wayyaanee Ona Mi’oo ganda Meexxii qubatee jiru irratti tarkaanfii fudhateen 3 yeroo ajjeesu 4 ol madeessuun waliigalatti loltoota diinaa 7 ol hojiin ala taasisuun isaas kan yaadatamu dha.
Waraanni Bilisummaa Oromoo, mootummaa abbaa irree fi faashistii Wayyaanee humna afaan qawween ummata keenya irra qubatee mirga, bilisummaa fi biyya isaa sarbee cunqursaa dhala namaaf hin malle irraan gahaa jiru karaa irraa maqsee kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu fi fedhii fi hawwii ummata Oromoo dhugoomsuuf falmaa godhu daran jabeessee kan itti fufu tahuu irra deebi’ee mirkaneessa.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Adda Bilisummaa Oromoo
Adoolessa 20, 2015
—–
OLF_2015

Monday, 20 July 2015

An Open Letter to President Obama on His Visit to Ethiopia, from Human Rights League of the Horn of Africa

The following is an open letter to President Barack Obama from the Human Rights League of the Horn of Africa, which is a non-political organization (with the UN Economic and Social Council – (ECOSOC) Consultative Status) – which attempts to challenge abuses of human rights of the people of various nations and nationalities in the Horn of Africa.
—–
July 18, 2015
An Open Letter to President Barak Obama on His Ethiopia Visit
Dear Mr. President Obama,
The Human Rights League of the Horn of Africa wants to express its deep concern about what it regards as the wrong decision made by you and your staff in making a formal visit to Ethiopia in late July 2015. This will make you the first U.S. leader to break the U.S. promise not to reward dictators. History teaches us that the American Constitution of 1787 is the world’s first democratic constitution, a landmark document of the Western World which protects the rights of all citizens in the U.S.A. The following examples show America’s great support of human rights.
During the First World War, America entered the War against Germany in 1917 to protect the world – as President Woodrow Wilson put it, “Making the World Safe for Democracy.” Later, Eleanor Roosevelt, the widow of President Roosevelt and a human rights champion, drafted, in 1948, an internationally accepted human rights bill, the Universal Declaration of Human Rights. These and other democratic activities have made America a champion of democracy all over the world that all Americans should be proud of.
Mr. President,
Your decision to visit human rights perpetrators in Ethiopia contradicts your country’s democratic tradition. It also disrespects the Ethiopian nations and nationalities, which are under the subjugation of the EPRDF/TPLF government.
Mr. President,
We can witness today the government of Ethiopia making a lot of noise about the flourishing of democracy in that country. The reality on the ground shows that the undemocratic behavior of the regime has been overshadowed by the apparently “democratic” and anti-terrorism façade that the regime has demonstrated for the past twenty-four years. During those years, thousands were killed, abducted, kidnapped, and imprisoned by this government because they simply tried to exercise their fundamental rights, such as free speech and expression, freedom of association and religion. University students, journalists, human rights activists, opposition political party members and their supporters, and farmers have been the major victims in Ethiopia.
When the EPRDF/TPLF Government took power in 1991 in Ethiopia, there were high expectations from both local and international communities that there would be an improvement in the human rights situation in Ethiopia from previous regimes. Contrary to everyone’s expectations, however, human rights abuses in Ethiopia worsened. The human rights violations in Ethiopia have been widely reported by local, regional and international human rights organizations as well as some Western governmental agencies, including the U.S. State Department’s yearly human rights reports. Today, in Ethiopia, political extra-judicial killings, kidnappings and disappearances, mass arrests and imprisonments – without warrants – in horrible prison conditions, extended imprisonment without trials, torture, denials and delaying of justice, discrimination in resource allocations and implementations, biased educational and development policies, denials of employment and job promotion opportunities and/or the misuse of coercive political tools are rampant. Social crises in Ethiopia are becoming deeper and deeper, while the socioeconomic gap between the favored (the politically affiliated groups and individuals) and the disfavored is getting wider and wider. For the majority of Ethiopians, life has become unbearable. It has even become very difficult for civil servants, the middle class, to support their families.
Mr. President,
The Human Rights League of the Horn of Africa strictly opposes your visit to Ethiopia. As the president of the country, where democracy emerged and respect for human rights was first realized, we believe it would be immoral of you to reward human rights violators. We urge that you withdraw from your decision to visit Ethiopia.
– HRLHA

Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo (SQ) Adoolessa 19, 2015

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO

asxaa_oromoWaraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Humna Diinaa Magaalaa Harar Irraa KM.20 Qofa Fagaatee Ona Fadis Naannoo Bokkoo Bakka Bobbaasaa Jedhamu Qubatee Ture Barbadeesse. Loltoota Diinaa 28 Olis Hojiin Ala Taasise.
Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn, bilisummaa ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii haleellaa diina irratti fudhatu babal’isuu fi jabeessuu irratti argama. Tarkaanfii boonsaa tibbana Baha Oromiyaa keessatti fudhateenis injifannoo cululuqaa galmeessee jira.
Akka kanaan Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) Godina Baha Oromiyaa keessa sossohu Adoolessa 16, 2015 Baha Harargee Ona Fadis keessaa bakka Bobbaasaa jedhamu kan naannoo Bokkootti argamu mooraa qubsuma waraana Wayyaanee weeraruudhaan tarkaanfii rifachiisaa irratti fudhateen loltoota diinaa 28 ol hojiin ala gochuu fi meeshaalee waraanaa dabalatee qabeenya adda addaa booji’ee dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchuudhaan injifannoo cululuqaa galmeessuu Ajajni WBO Godina Baha Oromiyaa beeksisee jira.
Tarkaanfii laalessaa WBOn qubsuma waraana wayyaanee Bobbaasaa jiru irratti fudhate kanaan diina irraa loltootni 13 yeroo ajjeefaman, 15 ol ammoo haalaan madeeffamuu kan ibse Ajajni WBO Godina Bahaa, meeshaaleen waraanaa qawwee AK.47 17, rasaasota gosa gara garaa 4000 ol, Boombilee harkaa 23, Hidhannoolee mudhii 27, Raadiyoo Quunnamtii (icom) 2, Mobile (cell phone) 6, kuufama galaa fi mi’oota adda addaa diina irraa booji’uun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchuu addeessee jira.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Caamsaa 16,2015 Oborraa Ona Malkaa Bal’oo bakka Jalloo jedhamutti qondaala tikaa sirna wayyaanee kan naannoo sanii Huseen Ahmed Mussaa jedhamu irratti tarkaanfii fudhateen ajjeesuun, akkasumas Caamsaa 23,2015 Baha Harargee Ona Calanqoo araddaa ganda Goodii jedhamu keessatti poolisoota wayyaanee Mahaammad Abrahimii fi Umar Siyyoo jedhaman dhuunfatuun kan yaadatamuu dha. Kana malees Caamsaa 24,2015ttis Humni Addaa WBO Baha Harargee magaalaa Harar bira naannoo Hundanee jedhamtutti ummatatti roorrisaa kan ture ajajaa humna poolisii naannoo kanaa Ajajaa 50 (Saajin) Abbabaa Asaffaa jedhamu irratti tarkaanfii maayyii fudhateen ajjeesuun gabaafame. Caamsaa 24,2015ttis Harargee Bahaa Ona Haramaayaa bakka/araddaa Finqillee jedhamtee yaamamtu keessatti poolisoota Wayyaanee maqaa filannootiin lammiiwwan hiraarsaa turan 4 irratti lola baneen madeessuun ni yaadatama.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaas Caamsaa 30,2015 magaalaa Moyyalee ganda 02 keessatti kan argamu mooraa Gumrukaa bakka waraanni Wayyaanee maadheffate haleeluun loltoota wayyaanee 12 ajjeesee, 15 ol madeessuun walii galatti loltoota 27 ol hojiin ala taasisuun ni yaadatama.
Adoolessa 06,2015ttis waraana wayyaanee Ona Mi’oo ganda Meexxii qubatee jiru irratti tarkaanfii fudhateen 3 yeroo ajjeesu 4 ol madeessuun waliigalatti loltoota diinaa 7 ol hojiin ala taasisuun isaas kan yaadatamu dha.
Waraanni Bilisummaa Oromoo, mootummaa abbaa irree fi faashistii Wayyaanee humna afaan qawween ummata keenya irra qubatee mirga, bilisummaa fi biyya isaa sarbee cunqursaa dhala namaaf hin malle irraan gahaa jiru karaa irraa maqsee kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu fi fedhii fi hawwii ummata Oromoo dhugoomsuuf falmaa godhu daran jabeessee kan itti fufu tahuu irra deebi’ee mirkaneessa.
Injifannoo Ummata Oromoof !
Adda Bilisummaa Oromoo